-
2 Mootota 24:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Tajaajiltoonni isaa magaalattiitti marsanii utuu jiranii, Nebukadnezaar mootiin Baabilon gara magaalattiitti dhufe.
-
-
Ermiyaas 15:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Cubbuu guutummaa naannoowwan keetti raawwatte hundumaatiin kan kaʼe,
Qabeenyi kee fi badhaadhinni kee gatii malee akka saamamu nan godha.+
-