LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 5:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Warra, “Inni hojii isaa haa saffisiisu;

      Akka isa arginuuf dafee haa dhufu.

      Nutis akka beeknuuf,

      Kaayyoon* Isa Qulqulluu kan Israaʼel haa raawwatamu” jedhaniif wayyoo!+

  • 2 Pheexiros 3:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 isaan, “Waadaan inni argama isaa ilaalchisee gale eessa jira?+ Guyyaa abbootiin keenya duʼanii* jalqabee, wanti hundi jalqaba uumamaatii kaasee akkuma jirutti itti fufeera”+ jedhu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi