2 Seenaa Baraa 33:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Minaaseen+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 12 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 55f ni bulche.+ 2 Seenaa Baraa 33:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Kana malees bakka Yihowaan waaʼee ishii, “Maqaan koo bara baraaf Yerusaalem keessa ni taʼa”+ jedhee dubbatetti, jechuunis mana Yihowaa keessatti iddoowwan aarsaa ni ijaare.+
33 Minaaseen+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 12 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 55f ni bulche.+
4 Kana malees bakka Yihowaan waaʼee ishii, “Maqaan koo bara baraaf Yerusaalem keessa ni taʼa”+ jedhee dubbatetti, jechuunis mana Yihowaa keessatti iddoowwan aarsaa ni ijaare.+