Ermiyaas 18:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Isaan garuu, “‘Kun abdii hin qabu!+ Sababiin isaas, nuti yaada mataa keenyaa duukaa buuna; tokkoon tokkoon keenyas wantuma garaan keenya inni hamaan inni didaa taʼe jedhu goona”+ jedhan.
12 Isaan garuu, “‘Kun abdii hin qabu!+ Sababiin isaas, nuti yaada mataa keenyaa duukaa buuna; tokkoon tokkoon keenyas wantuma garaan keenya inni hamaan inni didaa taʼe jedhu goona”+ jedhan.