LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 19:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yeroo kanatti Iizaabel Eeliyaasitti nama ergitee, “Boru yeroo kana akka raajota ati ajjeeste sanaa yoon si gochuu baadhe,* waaqoliin adaba guddaa na haa adaban!” isaan jette.

  • 1 Mootota 19:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis lafa onaa keessa deemsa guyyaa tokkoo erga deemee booda, dhufee muka dhandhansaa tokko jala taaʼee akka duʼu kadhate. “Amma na gaʼa! Yaa Yihowaa, ani abbootii koo irra waanan hin caalleef, lubbuu koo fudhadhu”+ jedhe.

  • Yoonaas 1:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yoonaas garuu Yihowaa duraa gara Tarshiishitti baqachuuf kaʼe; gara Yoopheetti gad buʼee doonii gara Tarshiish dhaqu argate. Kanaafuu, inni gatii geejjibaa kaffalee Yihowaa duraa baqatee isaanii wajjin gara Tarshiish dhaquuf doonicha yaabbate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi