-
Ermiyaas 3:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Ati Waaqa kee Yihowaa irratti waan fincilteef, yakkuma kee qofa amanii fudhadhu. Ati muka lalisaa hundumaa jalatti warra ormaa* wajjin saalqunnamtii raawwachuu kee itti fufte malee, sagalee kootiif hin ajajamne” jedha Yihowaan.’”
-