-
Isaayyaas 1:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Namni jabaan citaa,
Hojiin isaas qaanqee ni taʼa;
Lamaan isaanii iyyuu waliin ni gubatu,
Kan isaan dhaamsus hin jiraatu.”
-