LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 6:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo kanatti ani, “Yaa Yihowaa, hamma yoomiitti?” nan jedhe. Innis akkana naan jedhe:

      “Hamma magaalonni diigamanii namni keessa jiraatu dhabamutti,

      Hamma manneen namoota malee hafanitti,

      Hamma biyyattiin diigamtee ontutti;+

  • Ermiyaas 7:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Biyyattiin tuullaa diiggaa waan taatuuf,+ ani magaalota Yihudaa keessaa, daandiiwwan Yerusaalem irraas sagalee gammachuu fi sagalee ililchuu, sagalee misirrichaa fi sagalee misirrittii nan callisiisa.’”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi