-
Hisqiʼel 9:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Achiis inni, “Warra magaalattii irratti adaba fidanii fi tokkoon tokkoon isaanii meeshaa waraanaa badiisa geessisu harkatti qabatan waamaa!” jedhee sagalee guddaadhaan yommuu iyyu nan dhagaʼe.
-