Ermiyaas 21:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Akkuma hojii keessaniif malutti,Isin nan adaba.+ Bosona ishiitti ibidda nan qabsiisa,Ibiddichis wantoota naannoo ishiitti argaman hundumaa ni nyaata’+ jedha Yihowaan.”
14 Akkuma hojii keessaniif malutti,Isin nan adaba.+ Bosona ishiitti ibidda nan qabsiisa,Ibiddichis wantoota naannoo ishiitti argaman hundumaa ni nyaata’+ jedha Yihowaan.”