2 Mootota 23:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Kana malees Faraʼoon Nekoon, Eliyaaqiim ilma Yosiyaasiin bakka Yosiyaas abbaa isaa mootii godhe; maqaa isaas Yehoyaaqiim jedhee jijjiire; Yehoʼahaaziin garuu gara Gibxiitti geesse;+ innis yeroo booda achitti ni duʼe.+
34 Kana malees Faraʼoon Nekoon, Eliyaaqiim ilma Yosiyaasiin bakka Yosiyaas abbaa isaa mootii godhe; maqaa isaas Yehoyaaqiim jedhee jijjiire; Yehoʼahaaziin garuu gara Gibxiitti geesse;+ innis yeroo booda achitti ni duʼe.+