Isaayyaas 3:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Wanti fuula isaanii irraa mulʼatu isaan irratti ragaa baʼa,Isaan akkuma Sodoomitti+ cubbuu isaanii ifatti ni dubbatu;Dhoksuufis yaalii hin godhan. Of irratti badiisa waan fidaniif, isaaniif* wayyoo!
9 Wanti fuula isaanii irraa mulʼatu isaan irratti ragaa baʼa,Isaan akkuma Sodoomitti+ cubbuu isaanii ifatti ni dubbatu;Dhoksuufis yaalii hin godhan. Of irratti badiisa waan fidaniif, isaaniif* wayyoo!