-
Ermiyaas 27:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 “‘“‘Kanaafuu, raajota keessan, warra hooda isiniif dubbatan, warra abjuu isiniif abjuʼatan, warra falfala isiniif raawwatanii fi warra milkii isiniif ilaalan warra, “Isin mootii Baabiloniin hin tajaajiltan” isiniin jedhan sana hin dhagaʼinaa.
-
-
Ermiyaas 29:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Sababiin isaas, Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Raajonni keessanii fi warri hooda isiniif dubbatan kanneen isin gidduutti argaman isin hin gowwoomsin;+ abjuu isaan abjuʼatanis hin dhagaʼinaa.
-