- 
	                        
            
            Ermiyaas 25:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
32 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha:
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Ermiyaas 30:23, 24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
23 Kunoo, dheekkamsi Yihowaa akkuma obomboleettiitti humnaan ni baʼa;+
Akkuma bubbee haxaaʼee sokkuuttis mataa hamootaa irratti saffisaan gad ni buʼa.
24 Yihowaan hamma fedhii garaa isaa raawwatuttii fi fiixaan baasutti,
Dheekkamsi isaa inni bobaʼu duubatti hin deebiʼu.+
Guyyoota dhumaatti kana ni hubattu.+
 
 -