Keessa Deebii 32:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yeshuurun* yeroo gabbatetti, fincilee gooftaa isaa dhiite. Ati ni gabbatte, ni furdatte, ni bokoktes.+ Kanaafuu, inni Waaqa isa tolche sana ni dhiise,+Qarsaa fayyina isaatiis ni tuffate.
15 Yeshuurun* yeroo gabbatetti, fincilee gooftaa isaa dhiite. Ati ni gabbatte, ni furdatte, ni bokoktes.+ Kanaafuu, inni Waaqa isa tolche sana ni dhiise,+Qarsaa fayyina isaatiis ni tuffate.