-
Ermiyaas 26:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Akkana isaaniin jedhi: “Yihowaan akkana jedha: ‘Isin seera* koo isan isin dura kaaʼe hordofuu diduudhaan yoo na hin dhageessan taʼe,
-
-
Ermiyaas 29:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Wanti isaan irra gaʼus, abaarsa namoonni Yihudaadhaa boojiʼamanii Baabilon keessa jiran hundi, “Yihowaan akkuma Zedeeqiyaa fi Ahaab warra mootiin Baabilon ibiddaan waade sanaa si haa godhu!” jedhanii dubbatan ni taʼa;
-