Ermiyaas 29:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 sababiin isaas, irra deddeebiʼee* raajota tajaajiltoota koo taʼan gara isaaniitti kanan erge taʼus, isaan dubbii koo isan karaa isaanii isaanitti erge sana hin dhageenye’+ jedha Yihowaan. “‘Haa taʼu malee, isinis hin dhageenye’+ jedha Yihowaan.
19 sababiin isaas, irra deddeebiʼee* raajota tajaajiltoota koo taʼan gara isaaniitti kanan erge taʼus, isaan dubbii koo isan karaa isaanii isaanitti erge sana hin dhageenye’+ jedha Yihowaan. “‘Haa taʼu malee, isinis hin dhageenye’+ jedha Yihowaan.