-
Ermiyaas 18:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Yaa Yihowaa, xiyyeeffannaa naaf kenni,
Wanta diinonni koo dubbatanis dhaggeeffadhu.
20 Wanta gaariidhaaf wanti hamaan deebifamuu qabaa?
Isaan lubbuu kootiif boolla qotaniiru.+
Dheekkamsi kee isaan irraa akka goru gochuuf,
Ani waaʼee isaanii wanta gaarii dubbachuuf akkamitti si dura akkan dhaabbadhe yaadadhu.
-