Ermiyaas 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Ati garuu tarkaanfii fudhachuuf qophaaʼi,*Kaʼiitii wantan si ajaju hundumaa isaanitti himi. Isaan hin sodaatin,+Taʼuu baannaan garuu, isaan duratti akka sodaattu nan godha.
17 Ati garuu tarkaanfii fudhachuuf qophaaʼi,*Kaʼiitii wantan si ajaju hundumaa isaanitti himi. Isaan hin sodaatin,+Taʼuu baannaan garuu, isaan duratti akka sodaattu nan godha.