LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 7:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Daandiiwwan keessanii fi gochawwan keessan jijjiiraa; anis bakka kana jiraachuu keessan akka itti fuftan isiniif nan heyyama.+

  • Ermiyaas 36:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Tarii warri mana Yihudaa waaʼee badiisa ani isaan irratti fiduuf yaade hundumaa yommuu dhagaʼan daandii isaanii isa hamaa irraa ni deebiʼu taʼa; anis balleessaa isaanii fi cubbuu isaanii isaaniif nan dhiisa.”+

  • Hisqiʼel 18:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 “‘Ani namni kam iyyuu duʼuu isaatti hin gammadu.+ Kanaafuu, deebiʼaa, lubbuudhaanis jiraadhaa’+ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.”

  • Yoonaas 3:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Waaqni dhugaan wanta gochuuf yaade sana irra deebiʼee yaaduudhaan* akka nuti hin badneef dheekkamsa isaa isa bobaʼu irraa yoo deebiʼe maaltu beeka?”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi