-
2 Saamuʼel 13:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Sana booda, Taamaar mataa ishii irratti daaraa firfirsite;+ uffata baʼeessa uffatte sanas ni tarsaaste; achiis mataa ishii qabattee booʼaa deemte.
-