-
Izraa 1:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Kana malees, Qiiros Mootichi miʼawwan mana Yihowaa warra Nebukadnezaar Yerusaalem keessaa fudhatee mana waaqa isaa keessa kaaʼee+ ture sana gad ni baase.
-
-
Izraa 5:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Kana malees, Qiiros Mootichi miʼawwan warqii fi meetii mana Waaqayyoo warra Nebukadnezaar mana qulqullummaa Yerusaalem keessaa fudhatee mana qulqullummaa Baabilonitti geesse+ sana mana qulqullummaa Baabilon keessaa ni baase. Miʼawwan kunis namicha Sheshbaazaar*+ jedhamuu fi Qiiros bulchaa+ isa godhetti kennamanii turan.
-