Ermiyaas 28:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 “Yihowaan akkana jedha: ‘Ani waanjoo mootii Baabilon waanan cabsuuf, Yikooniyaa+ ilma Yehoyaaqiim+ mootii Yihudaa, akkasumas namoota boojiʼamanii Yihudaadhaa gara Baabilonitti geeffaman hundumaa bakka kanatti nan deebisa.’”+
4 “Yihowaan akkana jedha: ‘Ani waanjoo mootii Baabilon waanan cabsuuf, Yikooniyaa+ ilma Yehoyaaqiim+ mootii Yihudaa, akkasumas namoota boojiʼamanii Yihudaadhaa gara Baabilonitti geeffaman hundumaa bakka kanatti nan deebisa.’”+