- 
	                        
            
            2 Mootota 24:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
18 Zedeeqiyaan yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 21 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 11f ni bulche. Maqaan haadha isaa Hamutaal yeroo taʼu,+ ishiin intala Ermiyaas isa nama biyya Libnaa taʼe sanaa turte.
 
 -