-
1 Ximotewos 2:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Hundumaa dura akaakuu namootaa hunda ilaalchisee wawwaannaan, kadhannaan, warra kaaniif kadhachuunii fi galanni akka dhihaatu nan gorsa; 2 guutummaatti Waaqayyoof buluu fi dhimminee hojjechuudhaan jireenya tasgabbii fi gabii qabu akka jiraannuuf,+ moototaa fi warra aangoo qaban+ hundumaatiifis akkasuma akka godhamu nan gorsa.
-