LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 50:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Warra xiyya darbatan,

      Warra iddaa dabsan* hundumaas Baabilon irratti waamaa.+

      Naannoo ishii hundumaatti marsaa; eenyu iyyuu akka miliqu hin godhinaa.

      Akka gocha ishiitti ishiidhaaf deebisaa.+

      Wantuma ishiin raawwatte ishii irratti raawwadhaa.+

      Sababiin isaas, ishiin Yihowaa irratti,

      Isa Qulqulluu kan Israaʼel irratti gocha of tuulummaa raawwatteetti.+

  • Ermiyaas 51:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Ani hammina isaan Xiyoon keessatti ija keessan duratti raawwatan hundumaatiif,

      Baabilonii fi jiraattota biyya Kaladootaa hundumaatiif gatii isaanii nan deebisa”+ jedha Yihowaan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi