- 
	                        
            
            Zakkaariyaas 2:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
- 
                            - 
                                        8 Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa inni erga ulfina argatee booda* saboota isin saamanii turanitti na erge akkana jedha:+ ‘Kan isin tuqu kam iyyuu qaroo ija kootii tuqa.+ 9 Ani harka koo isaan irratti nan raasa, isaanis garbootuma isaaniitiin ni saamamu.’+ Isinis Yihowaan Gooftaan Raayyaa akka na erge dhugumaan ni beektu. 
 
-