Isaayyaas 1:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Akka isa jalqabaatti abbootii murtii,Akka isa duraattis gorsitoota siif nan kenna.+ Atis kana booda Magaalaa Qajeelummaa, Magaalaa Amanamtuu jedhamta.+
26 Akka isa jalqabaatti abbootii murtii,Akka isa duraattis gorsitoota siif nan kenna.+ Atis kana booda Magaalaa Qajeelummaa, Magaalaa Amanamtuu jedhamta.+