-
Ermiyaas 31:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 “Yeroo sanatti, ani maatiiwwan Israaʼel hundumaatiif Waaqa nan taʼa, isaanis saba koo ni taʼu” jedha Yihowaan.+
-
-
Hisqiʼel 11:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 kanas kanan godhu, isaan akka dambiiwwan kootti akka deddeebiʼaniif, murtiiwwan koo akka eeganii fi isaaniif akka ajajamaniifi. Sana booda isaan saba koo ni taʼu, anis Waaqa isaanii nan taʼa.”’
-
-
Hisqiʼel 36:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Sana booda isin biyyan abbootii keessaniif kenne keessa ni jiraattu; isin saba koo ni taatu; anis Waaqa keessan nan taʼa.’+
-