-
Uumama 48:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Haa taʼu malee, Efreem quxisuu yoo taʼe iyyuu Israaʼel harka isaa mirgaa diriirsee mataa isaa irra kaaʼe; harka isaa isa bitaa immoo mataa Minaasee irra kaaʼe. Minaaseen angafa+ yoo taʼe iyyuu, inni taʼe jedhee harka isaa akkasitti isaan irra kaaʼe.
-
-
Baʼuu 4:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Faraʼooniin akkana jedhi: ‘Yihowaan akkana jedha: “Israaʼel ilma koo isa angafaa ti.+
-