Faaruu Ermiyaas 1:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Wantoota kanaan kan kaʼe ani nan booʼa;+ ijji koos imimmaan dhangalaasa. Sababiin isaas, na jajjabeessuu yookiin na* haaromsuu kan dandaʼu kam iyyuu ana irraa fagoo dha. Diinni waan nutti cimeef, ilmaan koo kophaatti hafaniiru.
16 Wantoota kanaan kan kaʼe ani nan booʼa;+ ijji koos imimmaan dhangalaasa. Sababiin isaas, na jajjabeessuu yookiin na* haaromsuu kan dandaʼu kam iyyuu ana irraa fagoo dha. Diinni waan nutti cimeef, ilmaan koo kophaatti hafaniiru.