LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 2:16-18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Heroodis namoonni urjii lakkaaʼan sun akka isa gowwoomsan yommuu hubatu baayʼee aare; kanaafuu, yeroo isa namoota urjii lakkaaʼan sana irraa sirriitti mirkaneeffate+ irratti hundaaʼee, namoota erguudhaan ijoollee dhiiraa Beetaliheemii fi koonyaawwan ishii keessa jiran warra umuriin isaanii waggaa lamaa fi isaa gad taʼe hundumaa ni ajjeesise. 17 Yeroo kanatti wanti karaa Ermiyaas raajichaa akkana jedhamee dubbatame ni raawwatame: 18 “Sagaleen booʼichaa fi wawwaannaa cimaan Raamaa keessaa ni dhagaʼame. Raahel+ ijoollee ishiitiif ni boosse; isaan waan dhumaniif jajjabaachuu hin dandeenye.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi