Ermiyaas 29:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 “Yihowaan akkana jedha: ‘Wantan isiniif yaade akka gaariittan beeka; innis badiisa utuu hin taʼin nagaa+ dha; ani egeree gaarii fi abdii isiniif nan kenna.+
11 “Yihowaan akkana jedha: ‘Wantan isiniif yaade akka gaariittan beeka; innis badiisa utuu hin taʼin nagaa+ dha; ani egeree gaarii fi abdii isiniif nan kenna.+