Hisqiʼel 16:59 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 59 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Ati kakuu koo cabsuudhaan kakaa sana waan tuffatteef,+ amma anis akkuma ati goote si irratti nan godha.+
59 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Ati kakuu koo cabsuudhaan kakaa sana waan tuffatteef,+ amma anis akkuma ati goote si irratti nan godha.+