Hisqiʼel 16:63 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 63 Ati wantoota kana hundumaa kan raawwatte taʼus yommuun araara siif argamsiisutti+ wanta raawwatte ni yaadatta, salphina si irra gaʼeen kan kaʼes afaan kee banachuuf illee akka malee ni qaanofta’+ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.”
63 Ati wantoota kana hundumaa kan raawwatte taʼus yommuun araara siif argamsiisutti+ wanta raawwatte ni yaadatta, salphina si irra gaʼeen kan kaʼes afaan kee banachuuf illee akka malee ni qaanofta’+ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.”