Faaruu Ermiyaas 2:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Diinonni kee hundi si irratti afaan isaanii bananiiru. Isaan siiqsanii, ilkaan isaaniis qaranii, “Nuti ishii liqimsineerra.+ Guyyichi eeggachaa turre kana dha!+ Kunoo gaʼeera, nutis isa argineerra!”+ jedhu.
16 Diinonni kee hundi si irratti afaan isaanii bananiiru. Isaan siiqsanii, ilkaan isaaniis qaranii, “Nuti ishii liqimsineerra.+ Guyyichi eeggachaa turre kana dha!+ Kunoo gaʼeera, nutis isa argineerra!”+ jedhu.