LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 51:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Wantoonni lamaan kun si irra ni gaʼu.

      Eenyutu siif gadda ree?

      Badiisni, barbadaaʼuun, beellii fi goraadeen sitti dhufa!+

      Eenyutu si jajjabeessa ree?+

  • Ermiyaas 4:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Mallattoo* gara Xiyoonitti argisiisu dhaabaa.

      Dahoo barbaaddadhaa, calluma jettaniis hin dhaabbatinaa,”

      Sababiin isaas, ani kaaba irraa balaa, eeyyee, badiisa guddaa tokko nan fida.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi