-
1 Mootota 10:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Mootichi Yerusaalem keessa meetiin akkuma dhagaatti baayʼinaan akka argamu godhe; mukti gaattiraas akkuma muka harbuu isa Shefelaa keessa jiruutti baayʼinaan akka argamu godhe.+
-