-
Iyyoob 39:14-16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Ishiin hanqaaquu ishii lafa irratti buusti,
Akka itti hoʼuufis biyyoo keessa keessi.
15 Miilli tokko isaan buruqsuu akka dandaʼu
Yookiin bineensi bosonaa irra ejjechuu akka dandaʼu ni dagatti.
16 Akka waan isaan kan ishii hin taanetti cuucota ishiitti garaa jabaatti;+
Dhamaatiin koo lafatti baduu dandaʼa jettee hin yaaddoftu.
-