- 
	                        
            
            Ermiyaas 26:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
8 Kanaafuu, yommuu Ermiyaas wanta Yihowaan guutummaa sabichaatti akka dubbatu isa ajaje hundumaa dubbatee xumuretti, luboonni, raajonnii fi guutummaan sabichaa isa qaban; achiis akkana isaan jedhan: “Ati dhugumaan ni ajjeefamta.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Maatewos 23:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
31 Kanaafuu, isin ilmaan warra raajota ajjeesan sanaa taʼuu keessan of irratti ragaa baʼaa jirtu.+
 
 -