-
2 Mootota 25:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Raayyaan waraanaa Kaladootaa garuu mooticha duukaa buʼanii dirree gammoojjii Yerikoo keessatti isa bira gaʼan; loltoonni isaa hundis isa dhiisanii faffacaʼan.
-
-
Faaruu Ermiyaas 3:52Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
52 Diinonni koo sababa malee akkuma simbirrootti adamsanii na qabaniiru.
-