-
Ermiyaas 25:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Kanaafuu, ani harka Yihowaa irraa xoofoo sana fuudhee saboota Yihowaan itti na erge hundumaa nan obaase;+
-
-
Obaadiyaa 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Akkuma ati tulluu koo isa qulqulluu irratti dhugde,
Saboonni hundis utuu wal irraa hin kutin dhuguu isaanii itti fufu.+
Isaan xuruursanii ni dhugu,
Akkuma waan kanaan dura hin jiraannees ni taʼu.
-