-
Baʼuu 22:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 aariin koo ni bobaʼa; anis goraadeedhaan isin nan ajjeesa; haadhotiin manaa keessan dubartoota abbaan manaa irraa duʼe ni taʼu; ijoolleen keessanis ijoollee abbaa hin qabne ni taʼu.
-