-
Keessa Deebii 28:52Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
52 Isaan hamma dallaawwan dhedheeroonii fi jajjaboon warri ati itti amanamtu jijjiganitti guutummaa biyya kee keessatti magaalota* kee hundumaa keessatti si irratti cufanii sitti marsu. Eeyyee, isaan dhugumaan guutummaa biyya Waaqni kee Yihowaan siif kenne keessatti magaalota kee hundumaa keessatti sitti marsu.+
-
-
Miikiyaas 5:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Magaalota biyya keetii nan balleessa,
Iddoowwan dallaa dhagaa qaban hundumaas nan diiga.
-