Faarfannaa 48:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Gaarri Xiyoon ishiin karaa kaabaatiin fagaattee argamtu,Magaalaan Mootii isa Guddaas,+Ol kaʼiinsa ishiitiin miidhagduu dha, ishiin gammachuu guutummaa lafaa ti.+ Hisqiʼel 16:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “‘Ani simboo koo si irra waanan kaaʼeef, bareedinni kee mudaa kan hin qabne taʼe;+ bareedina keetiin kan kaʼes beekamummaan* kee saboota gidduutti ni babalʼate’+ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.”
2 Gaarri Xiyoon ishiin karaa kaabaatiin fagaattee argamtu,Magaalaan Mootii isa Guddaas,+Ol kaʼiinsa ishiitiin miidhagduu dha, ishiin gammachuu guutummaa lafaa ti.+
14 “‘Ani simboo koo si irra waanan kaaʼeef, bareedinni kee mudaa kan hin qabne taʼe;+ bareedina keetiin kan kaʼes beekamummaan* kee saboota gidduutti ni babalʼate’+ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.”