Hisqiʼel 37:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 “‘“Anis isaanii wajjin kakuu nagaa nan gala;+ kakuun kunis kakuu bara baraa ani isaanii wajjin galu ni taʼa. Ani isaan nan dhaaba, isaan nan baayʼisa;+ iddoo qulqulluu koos bara baraaf isaan gidduu nan kaaʼa.
26 “‘“Anis isaanii wajjin kakuu nagaa nan gala;+ kakuun kunis kakuu bara baraa ani isaanii wajjin galu ni taʼa. Ani isaan nan dhaaba, isaan nan baayʼisa;+ iddoo qulqulluu koos bara baraaf isaan gidduu nan kaaʼa.