Hisqiʼel 25:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 ‘Harka saba koo Israaʼelitti fayyadamee Edoom irratti haaloo nan baʼa.+ Warri Edoom haaloo ani isaan irratti baʼu akka hubataniif, isaan aarii koo fi dheekkamsa koo Edoom irratti ni fidu’+ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.”’
14 ‘Harka saba koo Israaʼelitti fayyadamee Edoom irratti haaloo nan baʼa.+ Warri Edoom haaloo ani isaan irratti baʼu akka hubataniif, isaan aarii koo fi dheekkamsa koo Edoom irratti ni fidu’+ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.”’