-
Faarfannaa 79:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Olloota keenya duratti warra arrabsaman taaneerra;+
Namoonni naannoo keenyaa nutti qoosu, nutti kolfus.
-
-
Hisqiʼel 34:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Isaan kana booda wanta saboonni adamsan hin taʼan; bineensonni bosonaa lafa irra jiran isaan hin nyaatan; eenyu iyyuu utuu isaan hin sodaachisinis tasgabbiidhaan ni jiraatu.+
-