LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 12:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Akkana jedhii Israaʼelotatti himi: ‘Dubartiin takka ulfooftee dhiira yoo deesse, akkuma xuraaʼummaa yeroo laguu irra jirtuutti guyyaa torbaaf kan xuroofte ni taati.+

  • Isaayyaas 64:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Hundi keenya akka nama xuraaʼee ni taane,

      Hojiin qajeelummaa keenyaa hundis akkuma huccuu laguu ni taʼe.+

      Hundi keenya akkuma baalaatti ni coolligna,

      Balleessaan keenyas akkuma bubbeetti nu fudhatee sokka.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi