Isaayyaas 5:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Yihowaan Gooftaan Raayyaa murtii* isaatiin ol ni qabama;Waaqni dhugaan, Inni Qulqulluun+ qajeelummaadhaan of ni qulqulleessa.+ Hisqiʼel 20:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Urgaa gammachiisu* sanaan kan kaʼe, yommuun saboota gidduudhaa isin baasuu fi biyyoota itti bittinnooftan keessaa walitti isin qabutti isinitti nan gammada;+ isin gidduutti qulqulluu taʼuu koos saboota duratti nan argisiisa.’+
16 Yihowaan Gooftaan Raayyaa murtii* isaatiin ol ni qabama;Waaqni dhugaan, Inni Qulqulluun+ qajeelummaadhaan of ni qulqulleessa.+
41 Urgaa gammachiisu* sanaan kan kaʼe, yommuun saboota gidduudhaa isin baasuu fi biyyoota itti bittinnooftan keessaa walitti isin qabutti isinitti nan gammada;+ isin gidduutti qulqulluu taʼuu koos saboota duratti nan argisiisa.’+